WEBVTT 00:00:00.715 --> 00:00:06.990 9.005 hir'isu 3.6 herreeguu qabna, ykn hin laalla 00:00:06.990 --> 00:00:13.067 akka 9 tuqa 5 hir'isu 3 tuqa 3 tti. 00:00:13.067 --> 00:00:15.800 Yeroo Lakkofsa tuqaa hir'isu dha dalgdu hunda, wanti guddaan 00:00:15.800 --> 00:00:18.063 yeroo iddatullee, 00:00:18.078 --> 00:00:20.573 tuqaawwan wal jalatti tarreessuu qabda. 00:00:20.573 --> 00:00:31.877 marree kun, 9.005 hir'isu 3.6 ti. 00:00:31.877 --> 00:00:34.863 Marree waljalatti tarreessinee jirra amma. 00:00:34.863 --> 00:00:36.867 hir'isuuf. 00:00:36.867 --> 00:00:38.667 amma hir'su ni dandeenna 00:00:38.667 --> 00:00:40.133 marree asitti eegalla. 00:00:40.133 --> 00:00:41.533 5 hir'isu 0 qabna 00:00:41.533 --> 00:00:44.582 can akka 3.6 ykn ammoo akka 3 tuqa 6 tti laaluu dandeetta. 00:00:44.582 --> 00:00:47.867 asitti duwwaa lamaa dabali 00:00:47.867 --> 00:00:52.600 3 fi 600ffaa(3.600), 00:00:52.600 --> 00:00:54.335 akkasitt yoo laaltu marree, hayyee, 5 hir'isu 0 jetta 00:00:54.335 --> 00:00:57.267 5 numa ta'a. 00:00:57.267 --> 00:00:59.000 ykn yomaa achi yoo hin jirre shan afoo, 00:00:59.000 --> 00:01:00.743 5 irraa duwwaa yoo fudhan shanumata ta'a jechu 00:01:00.743 --> 00:01:04.467 0 irra duwwaa yoo hir'isan, duwwama ta'a. 00:01:04.467 --> 00:01:07.600 achin 0 hir'isu 6 qabda 00:01:07.600 --> 00:01:10.200 6 duwwaa irra hir'isu hin dandeettu. 00:01:10.200 --> 00:01:12.818 waa asitti galtuu qabna 00:01:12.818 --> 00:01:14.933 wanti godhuuf deemnu, walitti makuu 00:01:14.933 --> 00:01:21.084 1, 9 irraa fudhachuudha deemna. Hayyee, akkas haa goonu. 00:01:21.084 --> 00:01:25.124 marre 1, 9 irraa haafuunu. achin 8 ta'a. 00:01:25.124 --> 00:01:26.667 1 saniin waa godhuu qabna. 00:01:26.667 --> 00:01:28.933 bakka kudhanii keenna 00:01:28.933 --> 00:01:32.667 Amma yaadadhu kaa, 1 guutuu, 10 qita 00:01:32.667 --> 00:01:34.333 kun bakka kudhaniiti 00:01:34.333 --> 00:01:37.267 marree kun kudhan ta'a 00:01:37.267 --> 00:01:39.242 Akka waan ergifattuu fa'a jedhanii barsiisan 00:01:39.242 --> 00:01:41.200 Ima fodhatarta jechu, dhugatti 10 00:01:41.200 --> 00:01:43.800 bitaa kee irraafudhataa jirta. 00:01:43.800 --> 00:01:46.812 1 guutuun, 10ffa, bakka kudhaffaa jirra 00:01:46.812 --> 00:01:49.738 marree 10, hir'isu 6 qabna. 00:01:49.738 --> 00:01:50.800 bifa haa jijjiiruu mee 00:01:50.800 --> 00:01:52.803 10 hir'isu 6, 4 ta'a. 00:01:52.803 --> 00:01:55.821 tuqa tee achuu qabda, achin 8. 00:01:55.821 --> 00:01:58.533 8 hir'isu 3, 5 ta'a. 00:01:58.533 --> 99:59:59.999 marree 9.005 hir'isu 3.6, 5.405 ti.