1 00:00:00,715 --> 00:00:06,990 9.005 hir'isu 3.6 herreeguu qabna, ykn hin laalla 2 00:00:06,990 --> 00:00:13,067 akka 9 tuqa 5 hir'isu 3 tuqa 3 tti. 3 00:00:13,067 --> 00:00:15,800 Yeroo Lakkofsa tuqaa hir'isu dha dalgdu hunda, wanti guddaan 4 00:00:15,800 --> 00:00:18,063 yeroo iddatullee, 5 00:00:18,078 --> 00:00:20,573 tuqaawwan wal jalatti tarreessuu qabda. 6 00:00:20,573 --> 00:00:31,877 marree kun, 9.005 hir'isu 3.6 ti. 7 00:00:31,877 --> 00:00:34,863 Marree waljalatti tarreessinee jirra amma. 8 00:00:34,863 --> 00:00:36,867 hir'isuuf. 9 00:00:36,867 --> 00:00:38,667 amma hir'su ni dandeenna 10 00:00:38,667 --> 00:00:40,133 marree asitti eegalla. 11 00:00:40,133 --> 00:00:41,533 5 hir'isu 0 qabna 12 00:00:41,533 --> 00:00:44,582 can akka 3.6 ykn ammoo akka 3 tuqa 6 tti laaluu dandeetta. 13 00:00:44,582 --> 00:00:47,867 asitti duwwaa lamaa dabali 14 00:00:47,867 --> 00:00:52,600 3 fi 600ffaa(3.600), 15 00:00:52,600 --> 00:00:54,335 akkasitt yoo laaltu marree, hayyee, 5 hir'isu 0 jetta 16 00:00:54,335 --> 00:00:57,267 5 numa ta'a. 17 00:00:57,267 --> 00:00:59,000 ykn yomaa achi yoo hin jirre shan afoo, 18 00:00:59,000 --> 00:01:00,743 5 irraa duwwaa yoo fudhan shanumata ta'a jechu 19 00:01:00,743 --> 00:01:04,467 0 irra duwwaa yoo hir'isan, duwwama ta'a. 20 00:01:04,467 --> 00:01:07,600 achin 0 hir'isu 6 qabda 21 00:01:07,600 --> 00:01:10,200 6 duwwaa irra hir'isu hin dandeettu. 22 00:01:10,200 --> 00:01:12,818 waa asitti galtuu qabna 23 00:01:12,818 --> 00:01:14,933 wanti godhuuf deemnu, walitti makuu 24 00:01:14,933 --> 00:01:21,084 1, 9 irraa fudhachuudha deemna. Hayyee, akkas haa goonu. 25 00:01:21,084 --> 00:01:25,124 marre 1, 9 irraa haafuunu. achin 8 ta'a. 26 00:01:25,124 --> 00:01:26,667 1 saniin waa godhuu qabna. 27 00:01:26,667 --> 00:01:28,933 bakka kudhanii keenna 28 00:01:28,933 --> 00:01:32,667 Amma yaadadhu kaa, 1 guutuu, 10 qita 29 00:01:32,667 --> 00:01:34,333 kun bakka kudhaniiti 30 00:01:34,333 --> 00:01:37,267 marree kun kudhan ta'a 31 00:01:37,267 --> 00:01:39,242 Akka waan ergifattuu fa'a jedhanii barsiisan 32 00:01:39,242 --> 00:01:41,200 Ima fodhatarta jechu, dhugatti 10 33 00:01:41,200 --> 00:01:43,800 bitaa kee irraafudhataa jirta. 34 00:01:43,800 --> 00:01:46,812 1 guutuun, 10ffa, bakka kudhaffaa jirra 35 00:01:46,812 --> 00:01:49,738 marree 10, hir'isu 6 qabna. 36 00:01:49,738 --> 00:01:50,800 bifa haa jijjiiruu mee 37 00:01:50,800 --> 00:01:52,803 10 hir'isu 6, 4 ta'a. 38 00:01:52,803 --> 00:01:55,821 tuqa tee achuu qabda, achin 8. 39 00:01:55,821 --> 00:01:58,533 8 hir'isu 3, 5 ta'a. 40 00:01:58,533 --> 99:59:59,999 marree 9.005 hir'isu 3.6, 5.405 ti.