0:00:00.715,0:00:06.990 9.005 hir'isu 3.6 herreeguu qabna, ykn hin laalla 0:00:06.990,0:00:13.067 akka 9 tuqa 5 hir'isu 3 tuqa 3 tti. 0:00:13.067,0:00:15.800 Yeroo Lakkofsa tuqaa hir'isu dha dalgdu hunda, wanti guddaan 0:00:15.800,0:00:18.063 yeroo iddatullee, 0:00:18.078,0:00:20.573 tuqaawwan wal jalatti tarreessuu qabda. 0:00:20.573,0:00:31.877 marree kun, 9.005 hir'isu 3.6 ti. 0:00:31.877,0:00:34.863 Marree waljalatti tarreessinee jirra amma. 0:00:34.863,0:00:36.867 hir'isuuf. 0:00:36.867,0:00:38.667 amma hir'su ni dandeenna 0:00:38.667,0:00:40.133 marree asitti eegalla. 0:00:40.133,0:00:41.533 5 hir'isu 0 qabna 0:00:41.533,0:00:44.582 can akka 3.6 ykn ammoo akka 3 tuqa 6 tti laaluu dandeetta. 0:00:44.582,0:00:47.867 asitti duwwaa lamaa dabali 0:00:47.867,0:00:52.600 3 fi 600ffaa(3.600), 0:00:52.600,0:00:54.335 akkasitt yoo laaltu marree, hayyee, 5 hir'isu 0 jetta 0:00:54.335,0:00:57.267 5 numa ta'a. 0:00:57.267,0:00:59.000 ykn yomaa achi yoo hin jirre shan afoo, 0:00:59.000,0:01:00.743 5 irraa duwwaa yoo fudhan shanumata ta'a jechu 0:01:00.743,0:01:04.467 0 irra duwwaa yoo hir'isan, duwwama ta'a. 0:01:04.467,0:01:07.600 achin 0 hir'isu 6 qabda 0:01:07.600,0:01:10.200 6 duwwaa irra hir'isu hin dandeettu. 0:01:10.200,0:01:12.818 waa asitti galtuu qabna 0:01:12.818,0:01:14.933 wanti godhuuf deemnu, walitti makuu 0:01:14.933,0:01:21.084 1, 9 irraa fudhachuudha deemna. Hayyee, akkas haa goonu. 0:01:21.084,0:01:25.124 marre 1, 9 irraa haafuunu. achin 8 ta'a. 0:01:25.124,0:01:26.667 1 saniin waa godhuu qabna. 0:01:26.667,0:01:28.933 bakka kudhanii keenna 0:01:28.933,0:01:32.667 Amma yaadadhu kaa, 1 guutuu, 10 qita 0:01:32.667,0:01:34.333 kun bakka kudhaniiti 0:01:34.333,0:01:37.267 marree kun kudhan ta'a 0:01:37.267,0:01:39.242 Akka waan ergifattuu fa'a jedhanii barsiisan 0:01:39.242,0:01:41.200 Ima fodhatarta jechu, dhugatti 10 0:01:41.200,0:01:43.800 bitaa kee irraafudhataa jirta. 0:01:43.800,0:01:46.812 1 guutuun, 10ffa, bakka kudhaffaa jirra 0:01:46.812,0:01:49.738 marree 10, hir'isu 6 qabna. 0:01:49.738,0:01:50.800 bifa haa jijjiiruu mee 0:01:50.800,0:01:52.803 10 hir'isu 6, 4 ta'a. 0:01:52.803,0:01:55.821 tuqa tee achuu qabda, achin 8. 0:01:55.821,0:01:58.533 8 hir'isu 3, 5 ta'a. 0:01:58.533,9:59:59.000 marree 9.005 hir'isu 3.6, 5.405 ti.