9.005 hir'isu 3.6 herreeguu qabna, ykn hin laalla
akka 9 tuqa 5 hir'isu 3 tuqa 3 tti.
Yeroo Lakkofsa tuqaa hir'isu dha dalgdu hunda, wanti guddaan
yeroo iddatullee,
tuqaawwan wal jalatti tarreessuu qabda.
marree kun, 9.005 hir'isu 3.6 ti.
Marree waljalatti tarreessinee jirra amma.
hir'isuuf.
amma hir'su ni dandeenna
marree asitti eegalla.
5 hir'isu 0 qabna
can akka 3.6 ykn ammoo akka 3 tuqa 6 tti laaluu dandeetta.
asitti duwwaa lamaa dabali
3 fi 600ffaa(3.600),
akkasitt yoo laaltu marree, hayyee, 5 hir'isu 0 jetta
5 numa ta'a.
ykn yomaa achi yoo hin jirre shan afoo,
5 irraa duwwaa yoo fudhan shanumata ta'a jechu
0 irra duwwaa yoo hir'isan, duwwama ta'a.
achin 0 hir'isu 6 qabda
6 duwwaa irra hir'isu hin dandeettu.
waa asitti galtuu qabna
wanti godhuuf deemnu, walitti makuu
1, 9 irraa fudhachuudha deemna. Hayyee, akkas haa goonu.
marre 1, 9 irraa haafuunu. achin 8 ta'a.
1 saniin waa godhuu qabna.
bakka kudhanii keenna
Amma yaadadhu kaa, 1 guutuu, 10 qita
kun bakka kudhaniiti
marree kun kudhan ta'a
Akka waan ergifattuu fa'a jedhanii barsiisan
Ima fodhatarta jechu, dhugatti 10
bitaa kee irraafudhataa jirta.
1 guutuun, 10ffa, bakka kudhaffaa jirra
marree 10, hir'isu 6 qabna.
bifa haa jijjiiruu mee
10 hir'isu 6, 4 ta'a.
tuqa tee achuu qabda, achin 8.
8 hir'isu 3, 5 ta'a.
marree 9.005 hir'isu 3.6, 5.405 ti.